Adama, Oromiyaa, Itoophiyaa
Maatii Aalam Media Ta'i
Aalam Media Logo
AALAM MEDIA
"Addunyaa Islaamummaan Miidhagde."
Gara Fuula Duraatti
AALAM MEDIA STANDARDS

Copyright Policy (Heera Abbaa Qabeenyummaa)

Mirga waraabbii fi abbummaa qabiyyee.

1

Asxaan mallattoo Aalam Media fi wantoonni istaadiyoo keessatti waraabbaman qabeenya Aalam Media ti.

2

Suuraalee fi barruuleen mirgi abbummaa isaanii qajeelfama seeraa hordofee eegama.